Revelation 20:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba du'aa fi addeen worri du'e jiru abbaayaa ibidaatitti qolaanfamane; abbaayaan ibiddaa sun du'a lammeesso'oo ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duisafi fulla Ekheraani teetu galaana ibida keesa buusani. Galaani ibida kunini duisa lameesooti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan du'aa fi qilee fula ekheraan teteettu galaana ibiddaa keessa harcaasan. Galaanii ibiddaa kunin du'a lammeessooti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Duutinii fi asaabnillee galaana ibiddaatitti gataman. Galaanni ibiddaa kunillee du'a lammeesso'ooti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Duutiinii fi asaabnillee galaana ibiddaatitti gataman. Galaanni ibiddaa kunillee du'a lammaffa'aati.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Du'aa fi siooli'llee gara garba ibiddaa titti ni gataman, garbi Ibiddaa kun'llee, du'a lammaffa'aat,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba du'aa fi addeen worri du'e jiru abbaayaa ibiddaatitti qolaanfamane; abbaayaan ibiddaa sun du'a lammeesso'oo ti.