Revelation 20:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami maqaan isaa kitaaba jiru'uu keessatti bareefamee hin dhaggamin marti abbaayaa ibiddaatitti qolaanfame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama maqa isaa kitaaba worra jiru keesati int'aafiini ch'ufa galaana ibida keesa buusani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama maqaa isaa kitaaba jireennaa keessatti hinbarreessin cufa galaana ibiddaa keessa harcaasan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee ka galmee jireennaatitti hin barreeffamne galaana ibiddaatitti gatame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eennullee ka galmee jireennaatitti hin barreeffamne galaana ibiddaatitti gatame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka maqaan isaa kitaaba jireennaa irratti barreeffamee hin argamin marrinuu, gara garba ibiddaa titti ni gatame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami maqaan isaa kitaaba jiru'uu keessatti bareeffamee hin dhaggamin marti abbaayaa ibiddaatitti qolaanfame.