Revelation 20:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa woggaan kumi tokko sun muummotte, Seexanni addee itti hidhame sanii hin hiikama;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi ganni kunki toko hobae, Sheet'ana hid'aansa keesaa gadi lakisani, inni
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo gannii kuma tokkoo hobba'ee, Sheexana hidhaansa keessaa gad lakkisan, innii
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woggaan kumaa yoo raawwatame Seexanni hidha'aa hiikkama.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Woggaan kumaa yoo raawwatame seexanni hidha'aa hiikkama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Woggaan kumaa eega raawwateen duubatti Sheexanni hidhaanaa isaatii gadi ni dhiifama,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa woggaan kum tokko sun muummotte, Seexanni addee itti hidhame sanii hin hiikama;