Revelation 21:11 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Qachaan sun ulfinna Waaqaatiin ifiisatti jiraayyu; calalaqi isaalle akka dhakaa gatii guddo'oo, akka Yaasphisii, qulqulluu akka cabbi'ii ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka guddinna Waaqatiini bibiliqu na agarsiifti diri aka d'akha ch'ululuqe bisaani qullo ch'ulkicha fakaata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
dira guddinna Waaqatiin bibilliqu na garsiise. Dirii akka dhakaa gatiin guddoo, akka duloo cululuqee dooqa culkitti fakkaatu na garsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ifti isi'iillee akka dhagaa gudda'aa ulfaata'a; akka Iyyaasphiidii ta'e; akka birrii qulqullayeeti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ulfinna Waaqaatiin'llee ni ibisite ture, ifin ibisaa isi'ii'llee akka dhagaa gatiin isaa haalaan gudda'aati fi akka bilile'ee qulqulluu ka ta'e akka dooqa Yaasphisii ni ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaan sun ulfinna Waaqaatiin ifiisatti jiraayyu; calalaqi isaalle akka dhakaa gatii guddo'oo, akka Yaasphisii, qulqulluu akka cabbi'ii ti.