Revelation 21:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Karaa aduun baatuun karra sadi, karaa oliitiin karra sadi, karaa gadiitiin karra sadi, karaa aduun seentuun karra saditti jira.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mogaani ch'ufti fullo sadi qabdi, sadi moga mirgati, sadi bita, sadi, oli sadi gara jalo.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Moggaan cuftii fuloo sadii qabdi, sadii moggaa mirgaati, sadii bitaa, sadii ila galchuu, sadii ila boruu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa baya adu'uutiin karra sadihii kaabaan karra sadihii gara kibbaatiin karra sadihii gara dhiyaatiinillee karra sadihiititu jira.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Karaa baya adu'uutiin karra sadihii mirgaan karra sadihii gara bita'aatiin karra sadihii gara dhiyaatiinillee karra sadihiititu jira.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara bayaatiin balballan sadihi, gara kaabaatiin balballan sadihii, kibbaan balballan sadihi, gara dhiyaatiin'llee balballan sadihii ni jira turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa aduun baatuun karra sad, karaa oliitiin karra sad, karaa gadiitiin karra sad, karaa aduun seentuun karra saditti jira.