Revelation 21:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ergamaan Waaqaa dalleya dhaka'aa san mike; yennaa ergamaan Waaqaa mike, waan ittiin mikanu ka beekkameen ciqilee dhibba tokkoo fi afurtamii afur te'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani ammalle naabo biimite, d'und'uma d'ibba tokotiifi afurtami afuri taate, biimiti namaa gula, ta malaikaani gula biimite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ergamaan akka laakkomsa dhundhuma namaa gula naaboo laakka'ee, oldheerinni dhundhuma dhibba tokkootii fi afurtamii afurii taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan naannaya dallawaallee bikkee bikkaa namni bikkuun ciqilee dhibba tokkoo fi afurtamii afur ta'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkaan naannawa dallawaallee bikkee bikkaa namni bikkuun ciqilee dhibba tokkoo fi afurtamii afurii ta'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
maleyikkichi'llee kaabaa kaloo dhaga'aa ni bikke, maleyikkichi'llee ka ittiin bikkuu meeshaa bikkiinssaa ka beekkameen, haga meetira torbaatamii lama ni ta'e,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Waaqaa dalleya dhaka'aa san mike; yennaa ergamaan Waaqaa mike, waan ittiin mikanu ka beekkameen ciqilee dhibba tokkoo fi afurtamii afur te'e.