Revelation 21:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dalleenni dhaka'aa sun dhakaa Yaasphisiitiin hujameera; qachaan sunille worqii qulloontee akka daaw'iti'ii ca'a jetteen hujameera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Naabo suni d'akha ch'ulkichaani ijaarani, ammo dira worqi qulqullooni ijaarani ta guddo bibilit'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Naaboo sun dhakaa culkichaan jaaran, dira ammoo warqii qulqulloo akka daawwitii bibillixxun jaaran.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dalloofni isi'iillee Iyyaasphiidiin irraa hojjatame; qachattiin bilillee worqi'ii fakkaatti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Daloofni isi'iillee Iyaasiphiidiin irraa hojjatame, qachaatiin bilillee worqi'ii fakkaatti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kaabaan dhaga'aa'llee ka hojjatame Yaasphisiin irraa ture, magaalattiin'llee akka daawi'ite'ee ka qulqullaawome, worqqii Qulqullu'uun ka ijaaramtte turtte,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dalleenni dhaka'aa sun dhakaa Yaasphisiitiin hujameera; qachaan sunille worqii qulloontee akka daaw'iti'ii ca'a jetteen hujameera.