Revelation 21:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Hundeen dalleya qacha'aa dhakaa gatii guddo'oo ka adda addaatiin seefameera. Dhakaan gatii guddo'oo ka hundeen irra dhaabbate sunille: ka qaraa Yaasphis, ka lammeesso'oo Safiiros, ka sadeesso'oo Kaalqedon, ka arfeesso'oo Simaaragidos,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yayaba naabo dira d'akhaa mimid'aaga bifa gosa ch'ufatiini ch'okhani d'akhaani qara ch'ulkicha ka lameeso dulo dooqa, ka sadeeso hamaa, ka afreeso doti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yayyaba naaboo diraa dhakaa gati guddoo ka bifa gosa akka akkaatiin cokan dhakaan qaraa culkicha, ka lammeessoo duloo dooqaa, ka sadeessoo haama, ka afreessoo dotii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bu'uurri dallawa qachatti'ii dhagaa gatii gudda'aa maraan midhaage; bu'uurri duraa Iyyaasphiidii, bu'uurri lammeesso'oo Sanpeeri, bu'uurri sadeesso'oo Keelqedoon, bu'uurri arfeesso'oo Maraagidi, bu'uurri shaneesso'oo Sardoonikis.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bu'uurri dallawa qachaatti'ii dhagaa gatii gudda'aa maraan midhaage, bu'uurri duraa Iyaasiphiidii bu'uurri lamaffa'aa sanpeeri, bu'uurri sadaffa'aa keelqedoon, bu'uurri arfaffa'aa maraagidi, bu'uurri shanaffa'aa sardonikis.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
hunddeewwan kaloo dhaga'aa ka magaalatti'ii'llee dhagaa adda addaa ka gatiin gudda'aa ta'eetiii bareedan ni turan, hunddeen jalqabaa Yaasphisiin, lammaffaa Sanpeer, sadaffaan Kaalqedoon, arfaffaan Maaragidii, sadaffaan kelqadoon, arffaffaan margiidiin,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hundeen dalleya qacha'aa dhakaa gatii guddo'oo ka adda addaatiin seefameera. Dhakaan gatii guddo'oo ka hundeen irra dhaabbate sunille: ka qaraa Yaasphis, ka lammeesso'oo Safiiros, ka sadeesso'oo Kaalqedon, ka arfeesso'oo Simaaragidos,