Revelation 21:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi Goottaan waan mara dande'uu fi Hoolichi Galma Waaqaa ka qachaa sanii waan te'aneef, qachaa san keessatti Galma Waaqaa ani hin dhaggine.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Mana Waaqa dira suni keesati ingarre, wonti akasitiifi Mani Waaqa suni Aabbo Waaqa Guddafi Ilme Hoola.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin Mana Waaqaa dira sun keessatti hingarre, Manii Waaqaa sun Aabboo Waaqaa Guddaa fi elemoo hoolaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi Gooftaan maraa bulchuu fi hoolaan mana woyyu'uu isii keessa jiran; mana woyyuu isi'ii keessatti hin argine.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waandhi Gooftaan maraa bulchuu fi hoolaan mana woyyu'uu isii keessa jiran; mana woyyuu isi'ii keessatti hin argine.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maraa ka danda'u Waaqinni Gooftaanii fi Hoolchi'llee Mana Waaqeffannaa isi'ii waan ta'aniif, magaalattii keessatti Mana Waaqeffanna'aa hin argine,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Goottaan waan mara dande'uu fi Hoolichi Galma Waaqaa ka qachaa sanii waan te'aneef, qachaa san keessatti Galma Waaqaa ani hin dhaggine.