Revelation 21:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ulfinni Waaqaa, qachaa saniif ifa waan kennuu fi Hoolichille ifa isaa waan te'eef, qachaa saniif aduun yookiin jiin akka issuuf hin barbaachisu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diri ifse adutiifi jia imfed'u, waan guddinni Waaqa iti ifse, Ilmeeni Hoolaleeni ifsa taatuufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dirii waan guddinnii Waaqaa itti ibsee, Ilmeen Hoolaalleen ibsee isaa taatuuf ibsee adutii fi ta jihaa hinfedhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachatti sanii waan ulfinni Rabbii isi'ii ifuuf ibsoon isi'ii hoolaa waan ta'eef ifni adu'uutii fi addeessaa isii hin barbaachisu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qachatti sanii waan ulfinni Rabbii isi'ii ifuuf ibsoon isi'ii hoolaa waan ta'eef, ifni adu'uutii fi addeessaa isii hin barbaachisu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ulfinni Waaqaa waan isi'ii ibisuu fi Hoolchi ifa isi'ii waan ta'eef, magaalattiin aduu yookiin jiin akka isi'ii ibisuuf isii hin barbaachifnne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ulfinni Waaqaa, qachaa saniif ifa waan kennuu fi Hoolichille ifa isaa waan te'eef, qachaa saniif aduun yookiin jiin akka issuuf hin barbaachisu.