Revelation 21:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gosi biyya adda addaa ifa qachaa sanii keessa deddeeman; moototi lafaalle karra ifii ta ulfinnaa gara qachaa sanii fidan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami lafa ch'ufti ifsa isaatiini deema, hayyooti lafa ch'ufti durooma ufi dira sunitiini d'ufti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii cufa ibsee isaa keessa yaa'a, hayyootii lafa cufaa durooma ufii dira sunitiin dhufti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Yihuudii hin taanellee ifa isi'ii keessa jiraatan; mootonni biyya lafaallee ulfinnaan gara isi'ii fidan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri Yihuudii hin taanellee ifa isi'ii keessa jiraatan, mootonni biyya lafaallee ulfinnaan gara isi'ii fidan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummatoonni ifa isi'iitiin ni dedeebi'an, nugusonni arddi'ii'llee ulfinna isaanii gara isi'ii ni fidan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi biyya adda addaa ifa qachaa sanii keessa deddeeman; moototi lafaalle karra ifii ta ulfinnaa gara qachaa sanii fidan.