Revelation 21:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ulfinnii fi guddinni gosa biyya adda addaa gara qachaa kanaa galan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guddinnaafi durooma dira ch'ufaa dira kanaani d'ufani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guddinnaa fi duroomaan hayyoota cufaa gara dira kanaatiin dhufan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Yihuudii hin taane gaachenaa fi ulfinna isi'ii fidan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri Yihuudii hin taane, gaachennaaf ulfinna isi'ii fidan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ol aanttummaan moototaatii fi ulfinni isaanii'llee gara isi'ii titti ni galan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ulfinnii fi guddinni gosa biyya adda addaa gara qachaa kanaa galan.