Revelation 21:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani qoonqoo guddoo takkalle dhage'e; isiin barcumaa mootumma'aa san biraa, “Kunoo, bultumi Waaqaa ulfaataan odduu kolba'aa jira; kolbaa wolille'een hin jiraata; isaanille kolbaa isaa hin te'an. Waaqinuu isaan woliin le'a; Waaqa isaaniille te'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini qonqo guddo toko ta gubba dubbatte akana jettu d'agaye: Amma mani Waaqa nama woliini jira! Inni worra woliini tae, worrileeni gumi isaa taha. Waaqileeni worra woliini taa, innileeni Waaqa worraa taha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin qoonqoo guddoo tokko ta gubbaa dubbatte dhaga'e; isiin, “Amma manii Waaqaa nama waliin jira! Innii warra waliin taa'a, warriilleen gumii isaa taha. Waaqiilleen warra waliin taa'a, inniilleen Waaqaa warraa taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaan guddaan sami'ii kunoo daaseen Rabbii namoota jidduu jira; «Isaan woliin bulla; isaanillee banii isaa ta'an; Rabbillee inninuu isaan woliin ta'ee Waaqa isaanii ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Laagaan guddaan sami'ii kunoo dukkaanaan Rabbii namoota jidduu jira; «Isaan woliin bulla isaanillee banii isaa ta'an; Rabbillee inninuu isaan woliin ta'ee Waaqa isaanii ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkana ka jedhu qooniqqi ol aanaan teesso'oo isaatii yoo bayu ni dhagaye, «Kunoo, bakki bulttii Waaqaa namootaan woliin, isaan woliin'llee ni jiraata, isaanii'llee ummata isaa ni ta'an. Waaqinni mataan isaatuu isaan woliin ni ta'a, Waaqa isaanii'llee ni ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani qoonqoo guddoo takkalle dhage'e; isiin barcumaa mootumma'aa san biraa, «Kunoo, bultumi Waaqaa ulfaataan odduu kolba'aa jira; kolbaa wolille'een hin jiraata; isaanille kolbaa isaa hin te'an. Waaqinuu isaan woliin le'a; Waaqa isaaniille te'a.