Revelation 21:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Imimmaan duudii ila isaanii irraa haqa; wonni durii waan dabarteertuuf, haganaa achi duuti, yookiin gaddi, yookiin bootti, yookiin farri hin jiraattu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni imimaani ch'ufa ila worraa iraa haaqa. Iti deebie nami induu, lalefachafi boafi d'ukubsachaani injirtu. Wonti duri ya badde.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii imimmaan cufa ila warraa irraa haaqa. Wantii durii ya dabartee du'aa, laleeffachaa, boo'aa fi dhukkubsachaan itti deebitee hinjirtu” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Imimmaan ija isaan maraa irraa haqa. Duuti ammaa achi hin jiru; seerri duraanii waan lufeeruuf» jedhee hennaa dubbatu dhagaye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Imimmaan ija isaan maraa irraa haqa. Duuti ammaa achi hin jiru, seerri duraanii waan lufeeruuf jedhee hennaa dubbatu dhagaye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Imimmaan mara ija isaanii irraa ni haqa, seerri duraanii waan dabrreef duuti yookiin gaddi yookiin bootti yookiin makkaraarnni, ammaa achitti hin jiraatu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Imimmaan duudii ila isaanii irraa haqa; wonni durii waan dabarteertuuf, haganaa achi duuti, yookiin gaddi, yookiin bootti, yookiin farri hin jiraattu» jedhe.