Revelation 21:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ka barcumaa mootumma'aa irra tee'eeru sunille, “Kunoo, ani waan mara haareya godha!” jedhe; itti dabaleelle, “Jechi kun addatama'aa fi dhugaa waan te'eef barreessi” naan jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani nami barch'uma guddinna gubba tau waan jed'e, Amma anini waan ch'ufa haraa tolcha. Ammalle inni waan jed'e, Waan kana t'aafi, wonti kunini waan d'ugaati, nami dandae ind'ugefata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan namii barcumaa guddinnaa gubbaa taa'u ammoo, “Amma anin waan cufa haaraa tolcha!” jedhe; Ammallee deebi'ee, “Dubbiin tun dhugaa fi ta dhugeeffatamu dandeetu waan taateef barreessi” naan jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka teessoo ufii irra taa'e, «Kunoo ani waan maraa haarawa godha!» jedhe; «Jechoonni kun amanama'aa fi dhugaa waan ta'aniif barreessi» naan jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka teessoo ufii irra taa'e, «Kunoo, ani waan maraa haarawa godha!» jedhe; «Jechoonni kun amanama'aa fi dhugaa waan ta'aniif barreessi» naan jedhe. Raawwatameera naan jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka teessoo irra taa'ee jiru'llee, «Kunoo! Ani waan maraa haarawa ni taasisa!» ni jedhe, itti aansee'llee, «Dubbiin kun ka amanamee fi dhugaalessa waan ta'eef barreessi!» naan ni jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka barcumaa mootumma'aa irra tee'eeru sunille, «Kunoo, ani waan mara haareya godha!» jedhe; itti dabaleelle, «Jechi kun addatama'aa fi dhugaa waan te'eef barreessi» naan jedhe.