Revelation 21:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma, “Muummotte! Alfa'aa fi Omeegaan, jalqabaa fi muummeen ana; ka dheeboteef madda bisaan jiru'uu irraa toluma kenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'e, Ya tolchani! Anini Alfafi Omega, anini ka qaratiifi ka eegeeti. Nama d'eebu qabu ch'ufa anini maddo jireenna keesa gati male bisaani obaasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii cuftii la hobbaatte! Anin Alfaa fi Omeeggaa, anin ka qaratii fi ka eegeeti. Nama dheebu qabu cufa maddoo jireennaa keessaa tolaan bisaan obaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa akkana naan jedhe, «Raawwatameera! Ani Aalfa'aa fi oomeega'a; jalqabaa fi dhuma; ka dheebote burqaa jireennaa irraa akkanumaan kennaaf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani Aalfa'aa fi oomeega'a, jalqabaa fi dhuma; ka dheebote burqaa jireennaa irraa akkanumaan kennaaf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti'llee akkana naan ni jedhe, «Raawwatamee jira! Alfa'aa fi Omeegaan, ka jalqabaatii fi ka muumme'ee'llee ana, ka dheeboteef bishaan burqqaa jireennaa irraa gatii tokko malee bilisaan ni kennaaf,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma, «Muummotte! Alfa'aa fi Omeegaan, jalqabaa fi muummeen ana; ka dheeboteef madda bisaan jiru'uu irraa toluma kenna.