Revelation 21:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ka injifatu, kana duudii hin dhaala; anille Waaqa isaaf te'a, innille ilma anaaf te'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dabsatu waan kana nara argata: Anati Waaqa isaa tahe, inni ilma kiyya taha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii dabsatu waan kana narraa argata: Anin Waaqaa isaa taha, innii ilma kiyya taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka mooyate kana dhaala; Ani Waaqa ta'aaf, innillee ilma kiyya ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka mooyate, kana dhaala; Ani Waaqa ta'aaf, innillee ilma kiyya ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
injifatee ka moo'u kana ni dhaala, ani Waaqa isaa ni ta'aaf, inni'llee ilma kiyya ni ta'a,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka injifatu, kana duudii hin dhaala; anille Waaqa isaaf te'a, innille ilma naaf te'e.