Revelation 22:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Itti dabaleelle, “Yennaan waan geetteertuuf, jecha raagaa, ka Kitaaba kanaa chaappa'aan hin cufin.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle isiini waan naani jette, Dubbi fagiisa ta kitaaba kana keesa jirtu ind'ossiini, yoi wonti kunini ch'ufti taatu ya d'iaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee innii, “Waan yohii wantii kun cuftii taatuu dhi'aateef, dubbii himanaa ta kitaaba kana keessa jirtu hindhossin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anaan, «Barri dhiyaateera, dubbii raagaa ka kitaabaa kana chaappa'aan hin cufin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Anaanillee, «Barri dhiyaateera, dubbii raagaa ka kitaabaa kana chaappa'aan hin cufin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aansee'llee akkana naan ni jedhe, «Yeroon isaa ka dhiyaate waan ta'eef, dubbii raagaa ka kitaaba kanaa chaapha'aan hin cufiin,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Itti dabaleelle, «Yennaan waan geetteertuuf, jecha raagaa, ka Kitaaba kanaa chaappa'aan hin cufin.