Revelation 22:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani nama jecha raagaa, ka Kitaaba kanaa dhage'u mara ifi eeggachiisa; eennulle jecha kana irratti waan tokkolle yoo ede'e, Waaqi balaa Kitaaba kana keessatti barreffame isatti ede'a;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Yohanani, nama dubbi fagiisa ta kitaaba kana keesa jirtu d'agaye ch'ufa gorsa: yo nami waan d'ibi iti dare, Waaqi gaargala kitaaba kana keesati t'aafani nama suniti dara.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin Yoh. aannis, nama dubbii himanaa ta kitaaba kana keessa jirtu dhagaye cufa jabeesse gorsa! Yo namii dubbii tanatti waan dhibii dare, Waaqii balaa kitaaba kana keessatti barreessan nama sunitti dara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raaga Kitaaba kana irratti barreeffame kana ka dhagayu maraafuu ani hin raga. Eennullee kana irratti waan tokko yoo eda'e, Rabbi balaa kitaaba kana keessatti barreeffame maraa isa irratti raawwata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Raaga Kitaaba kana irratti barreffame kana ka dhagayu maraafuu ani hin raga. Eennullee kana irratti waan tokko yoo eda'e, Rabbi balaa kitaaba kana keessatti barreeffame maraa isarratti raawwata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kunoo, dubbii raagaa ka kitaaba kana keessatti barreeffamee ka dhagayu maraa ufi ni eeggachiisaan, eennu'llee dubbii kana irratti waan tokkoo yoo dabale, kitaaba kana keessatti ka barreeffaman balaawwan Waaqinni isatti ni dabala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani nama jecha raagaa, ka Kitaaba kanaa dhage'u mara ifi eeggachiisa; eennulle jecha kana irratti waan tokkolle yoo ede'e, Waaqi balaa Kitaaba kana keessatti barreeffame isatti ede'a;