Revelation 22:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
eennulle jecha raagaa ka Kitaaba kana keessatti bareeffame keessaa waan tokkolle yoo dhidhise, Waaqille muka jiru'uutii fi qachaa woyyicha Kitaaba kana keessatti barreeffamane keessaa qooda isaa dhidhisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami waan tokole fagiisa kitaaba kana keesaa fuud'e, Waaqi qooda mid'aani mukha jireenna isa duraa fuud'a, qooda isaa ka Dira Qulqullole, ka kitaaba kana keesati t'aafani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo namii waan kitaaba kana keessatti himan tokkollee keessaa hanqisee, Waaqii qooda midhaan mukaa jireennaatii fi qooda isaa ka dira qulqulloo ka kitaaba kana keessatti barreessaniillee isa duraa hanqisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee dubbii kitaaba raagaa kana keessaa yoo hanqise, hiree isaa muka jireennaa ka kitaaba kanatti barreeffame, qachattii woyyittii Rabbii keessaa gayee isaa jalaa hanqisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eennullee dubbii kitaaba raagaa kana keessaa yoo hanqise, hiree isaa muka jireennaa ka kitaaba kanatti barreeffamee, qachattii woyyittii Rabbii keessaa jalaa hanqisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eennu'llee dubbii kitaaba raagaa kana keessatti barreeffaman keessaa waan tokko yoo dhidhise, kitaaba kana keessatti ka himaman firii muka jireennaatii fi magaalaa Qulqullitti'ii, Waaqinni gayaa isaa irraa in dhidhisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
eennulle jecha raagaa ka Kitaaba kana keessatti bareeffame keessaa waan tokkolle yoo dhidhise, Waaqille muka jiru'uutii fi qachaa woyyicha kitaaba kana keessatti barreeffamane keessaa qooda isaa dhidhisa.