Revelation 22:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Haganaa achi wonni Waaqaan abaaramu tokkolle achitti hin dhaggamu. Barcumaan Waaqaatii fi Hoolichaa qachaa san keessa jiraata; tajaajiltooti isaalle isa waaqonfatan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Waaqi abaare tokole dira suni keesati inargani. Barch'umaani Waaqatiifi ka Ilme Hoola dira keesa jira, hojattuuni isaa isa guddifti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii Waaqii abaare tokkolleen dira sun keessatti hinargamtu. Barcumaan Waaqatii fi ka elemoo hoolaa dira keessa jira, hojjatuun isaa isa wayyoomsit.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammaa achi abaarsi sirima hin ta'u; teessoon Rabbiitii fi Hoolaan Rabbii isii keessa ta'a. Garboonni isaa worri isa waaqeffatan fuula isaa keessa laalan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammaa achi abaarsi sirrima hin ta'u, teessoon Rabbiitii fi Hoolaan Rabbii isii keessa ta'a. Garboonni isaa isa kaddaaman fuula isaa keessa laalan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ammaa achitti abaarssi bifa kamiituu hin jiraatu, teessoon Waaqaatii fi Hoolchaa'llee magaalattii keessa ni ta'an, tajaajilttoonni isaa'llee isa ni waaqeffatan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haganaa achi wonni Waaqaan abaaramu tokkolle achitti hin dhaggamu. Barcumaan Waaqaatii fi Hoolichaa qachaa san keessa jiraata; tajaajiltooti isaalle isa waaqonfatan.