Revelation 22:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Haganaa achi halkan hin jiraatu; Waaqi Goottaan ifa isaanii waan te'uuf, ifi issa'aa, yookiin ifi adu'uu isaaniif hin barbaachisu. Isaan bara baraa haga bara baraatitti hin mooyan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Halkani deebiani injirani, ifsefi adu imfed'ani; wonti akanatiifi Aabbo Waaqati ifse worraa taha, duuba aka hayyoota haga hegeri lafa fidani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Halkan deebi'aanii hinargaman; waan Aabboo Waaqii ibsee warraa ta'uuf, ifa ibseetii fi aduu hinfedhan; duuba akka hayyootaa haga jiruu jireennaa lafa fidan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammaa achi hin halkanaawu. Waandhi Gooftaan waan isaanii ibsuuf ifaa fi ifti adu'uullee isaan hin barbaachisu; baraa haga bara baraa hin mooyan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amma achi hin halkanaawu. Waandhi Gooftaan waan isaanii ibsuuf ifaa fi ifti adu'uullee isaan hin barbaachisu; baraa haga bara baraa hin mooyan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ammaa achitti halkan hin jiraatu, Waaqinni Gooftaan waan isaanii ibisuuf ifaan yookiin ifin adu'uu isaan hin barbaachisu, bara haga baraa titti'llee ni mootoman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haganaa achi halkan hin jiraatu; Waaqi Goottaan ifa isaanii waan te'uuf, ifi issa'aa, yookiin ifi adu'uu isaaniif hin barbaachisu. Isaan bara baraa haga bara baraatitti hin mowan.