Revelation 22:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuusille, “Kunoo, ani dafee hin dhufa; nami jecha raagaa, ka kitaaba kanaa eeggatu, ka badhaadhe” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'u, Ch'aqasi! Anini d'iotu d'ufa! Ayyaana nama dubbi faga ta kitaaba kana keesa jirtu guutuuti!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesusilleen, “Caqasi! Anin dhi'oottuu dhufaa. Namii dubbii himanaa ta kitaaba kanaa keessa jirtu guutuu akkam hagammaduu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani dafee dhufa, ka raaga dubbii kitaaba kanaa eegu, eebbifama'a» naan jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ani, dafee dhufa, ka raaga dubbii kitaaba kanaa eegu, eebbifama'a» naan jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Kunoo! Ani dadafaan ni dhufa! Dubbii raagaa kitaaba kanaa ka eeggatu, ka galateeffame!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuusille, «Kunoo, ani dafee hin dhufa; nami jecha raagaa, ka kitaaba kanaa eeggatu, ka badhaadhe» jedhe.