Revelation 3:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Ergamaa wolde'a kiristaana Sardeesiitiif akkas jedhii barreessi: Ayyaanota Waaqaa torbaa fi urjoota torba ka harkatti qabateeru akkas jedha: Hujii teeti hin beeka; maqa'aan hin jirta, ammoo duuteerta.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gara malaika gumi Sardi waan kana t'aafi: Tunini dubbi nama lubbu Waaqa torbaafi urji torba harkaa qabu. Anini waan atini tolchitu imbeekha; atini maqa nama jiru qabda, ammo la doote.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Gara ergamaa gumii Saardesitti” “Ergaan tunin ta nama hafuura Waaqaa torbaa fi urjii torba harkaa qabuuti” jedhii barreessi! Ergaan, “Anin waan atin tolchitu inbeeka; atin maqaa nama jiruu qabda, ammoo la doote.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Maleekkaa woldaa Kirstaanaa ta Sardeesiin keessa jirtuuf akkana jedhii barreessi. Ayyaanota Rabbii torbanii fi ka urjiiwwan torbaa harkaa qabu akkana jedha. «Hujii kee hin beeka; ati maqamaaf jirta malee duuteerta.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Maleekkaa woldaa Kirstaanaa ta Sardeesiin keessa jirtuuf akkana jedhii barreessi. Ayyaanota Rabbii torbanii fi ka urjoota torbaa harkaa qabu akkana jedha. «Hujii kee hin beeka; ati maqamaaf jirta malee duuteerta.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maleyikkaa woldaya amanti'ii ka Saardeesiitiif akkana jedhii barreessi, Kun Hafuuronni torbban Waaqaatii fi urjjiiwwan torbban ka qabate irraa ka dubbatame, hujii kee ni beeka, maqaa keetiin jiraata'a, garuu duutee jirta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ergamaa wolde'a kiristaana Sardeesiitiif akkas jedhii barreessi: «Ayyaanota Waaqaa torbaa fi urjoota torba ka harkatti qabateeru akkas jedha: Hujii teeti hin beeka; maqa'aan hin jirta, ammoo duuteerta.