Revelation 3:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ciniinnattee akka ossattuuf ajaja ani kenne waan eeggatteef, anille sa'aatii haga ilaalchaa, ta worra lafa irra le'u haga ilaaliisaaf biyya lafaa duudii irratti dhuttu irraa si eega.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini aka anini, Obsi siini jed'e, obsiteefi, anini gaargala lafa ch'ufati d'ufe nama lafa ch'ufa ilaalatu duraa si baasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan atin akka anin obsi siin jedhe obsiteef, anin gaargala lafa cufaatti dhufee nama lafa cufaa laallatu duraa si baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ciniinnattee obsitee ajaja ani sii kenne waan eeddeef anillee hennaa ataabee worra adunyaa tana irra jiraatan ataabu'uuf dhufu maraa jalaa si baasa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ciniinnattee obsitee ajaja an sii kenne waan eeddeef anillee hennaa ataabee worra adunyaa tana irra jiraatan ataabu'uuf dhufu maraa jalaa si baasa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Obissa ka qabddu ta'i dubbii kiyya ka ani siin jedhe waan eegiddeef ani'llee biyya lafaa irra worra jiraattan qormmaatu'uuf arddii mara irratti saa'aatii rakkinni dhufu irraa si ni eega.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ciniinnattee akka ossattuuf ajaja ani kenne waan eeggatteef, anille saatii haga ilaalchaa, ta worra lafa irra le'u haga ilaaliisaaf biyya lafaa duudii irratti dhuttu irraa si eega.