Revelation 3:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani ariifadhee hin dhufa. Eennulle kallacha keeti akka hin fudhanne waan qaddu jabeessii qabadhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini d'iotu d'ufa. Waan harkaa qabdu jabeesi, aka nami tokoleeni waan atini dabsatte argattu sira inhanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin dhi'oottuu dhufaa, waan harkaa qabdu jabeessi, akka namii tokkolleen waan atin dabsattee argattu sirraa hinfudhanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani dafee dhufa; eennullee badhaasa kee ka muudamaa akka si jalaa hin fudhanne waan qabdu jabeessii qabadhu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani dafee dhufa. Eennullee badhaasa kee ka muudamaa akka si jalaa hin fudhanne waan qabdu jabeessii qabadhu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kunoo dadafaan ni dhufa, gonfaan kee eennu'llee isii irraa akka hin fudhanneef, ka qabddu jabeessiitii qabadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani ariifadhee hin dhufa. Eennulle kallacha keeti akka hin fudhanne waan qaddu jabeessii qabadhu.