Revelation 3:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ati ammoo bulluqowa'a malee, o'aa yookiin qabbanowaa waan hin te'iniif, afaan kiyya keessaa si tufaara.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan atini diquma toko bullut'uufi inowitu yokhaani inqabanooftu, anini afaani keesaa si buufachu fed'a!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Atin ammoo diqquma tokko bulluxxa, waan ati oowwaa yokaan qabbana'aa hin ta'iniif, anin afaan keessaa si buufachuu fedha.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkanumaan buukanaayaa waan taateef qabbanaayaa yookaan oo'aa waan hin taaneef afaan kiyya keessaa si tufu'uuf ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkanumaan buukanaayaa waan taateef qabbanaayaa yookiin oo'aa waan hin taaneef, Afaan kiyya keessaa si tufu'uuf ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qabbanaayaa yookiin oo'a uduu hin ta'in ka gunshuurtte waan taateef, afaan kiyyaa baasee si tufu'uuf,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ammoo bulluqowa'a malee, o'aa yookiin qabbanowaa waan hin te'iniif, afaan kiyya keessaa si tufaara.