Revelation 3:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Ati, ‘Ani dureessa, ani quufaleessa, womaa anaaf hin barbaachisu’ jetta; ammoo, ati deegaa, naassisaa, hiyyeessa, balla'aa, fi nafa-qullaa akka ka jirtu akka teete ifi hin beettu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini, Anini dureesa, waan ch'ufa inqaba ufiini jetta. Ammo atini aka gaargalafi d'ipu qabdu ufi ingartu. Atini hiyyeesa, qulla deemta, lafa ingartu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Atin, ‘Anin dureessa, waan cufa inqaba’ ufiin jettaa, akka gaargalaa fi dhiphuu qabdu ufi hingartu. Atin hiyyeessa, qullaa deemta, lafa hingartu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Ani qabaata'a; dureessallee ta'eera; womaa na hin barbaachisu waan jettuuf hiyyeessa deegaa, hiyyeessa balla'aa fi ka qullaa hafte ta'uu kee waan hin beenneef.›
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
‹Ani qabaata'a, dureessallee ta'eera, womaa na hin barbaachisu waan jettuuf hiyyeessa deegaa, hiyyessa balla'aa fi ka qullaa hafte ta'uu kee waan hin beenneef.›
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ani dureessa, qabeenna baayi'ee ni qaba, wonitti natti dhidhatu womaayyuu hin jiran ni jetta, garuu miidhamaa, gad aanaa hiyyeessa, jaama'aa fi ka qullaa jirttu ta'uu kee hin beekittu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati, ‹Ani dureessa, ani quufaleessa, womaa naaf hin barbaachisu› jetta; ammoo, ati deegaa, naasisaa, hiyyeessa, balla'aa, fi nafa-qullaa akka ka jirtu akka teete ifi hin beettu.