Revelation 3:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani worra jaalladhu duudii hin xixa, hin adaballe'e. Tanaaf jabaadhu, cubbuu irralle'ee deebi'i.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama jaalad'u ch'ufa gorseti gaargalcha. Jabaad'u daba kanke iraa deebii.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ani nama jaaladhu cufaa loletti harkaan gahaa, jabaadhii dabaa ke irraa debi'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani nama jaaladhu maraa hin loladhaan; hin adaba; kanaafuu qajeelii aagii gali.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani nama jaaladhu maraa hin loladhaan hin adaba. Kanaafuu qajeelii aagii gali.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani worra isaan jaaladhu marattuu ni baanadha, isaan'llee ni adaba, kanaaf dammaqi, dhiifamaan gara Waaqaa'llee deebi'i,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani worra jaaladhu duudii hin xixa, hin adaballe'e. Tanaaf jabaadhu, cubbuu irralle'ee deebi'i.