Revelation 3:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre dammaqi! Waan hafe ka du'a geyeeru jabeessi! Hujiin teeti Waaqa kiyya duratti guutuu teeteertuun hin dhaggine.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi kai, waan hafe jabeesi, ato ch'ufti induiini. Anini aka hujiini tante Waaqa kiyya durati qit'e intahiini ya arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf ka'ii, waan hafe jabeessi, adoo cuftii hindu'in. Anin akka hujiin tantee Waaqaa kiyya duratti qixxee hintahin ya arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu dammaqii ka'i; ani fuula Rabbii kiyyaa afo'otti hujiin kee guutuu ta'uu isaa hin arginee. Waan du'uu gaye sanniin jabeessi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu dammaqii ka'i waan ani fuula Rabbii kiyyaa afo'otti hujiin kee guutuu ta'uu isaa hin argineef. Waan du'uu gaye sanniin jabeessi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dammaqi, du'u'uuf ka dhiyaatee fi huminna tee shiikkoo si hafitte jirttu jabeessi, Waaqa kiyya duranatti hujiin kee muda maleessa ta'ee hin arganneen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre dammaqi! Waan hafe ka du'a geyeeru jabeessi! Hujiin teeti Waaqa kiyya duratti guutuu teeteertuun hin dhaggine.