Revelation 3:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kunoo, ani balbala dura dhaabbadhee balbala dhodhowa; eennulle qoonqoo tiyya dhage'ee yoo balbala anaaf bane, ani seenee isa woliin nyaadha, innille ana woliin nyaata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'aqasi! Anini balbala dura eje d'ad'au jira; yo nami qonqo tiyya d'agaye na bane, anini iti olseene, isa woliini nyaad'a, innileeni na woliini nyaata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Caqasi! Anin balbala dura ejjeetti dhadha'uutti jiraa; yo namii qoonqoo tiyya dhagayee naa banee, anin itti olseeneetti isa waliin nyaadha, inniilleen na waliin nyaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo ani balbala dhaabadhee dhadhaya; eennullee laagaa kiyya dhagayee yoo balbala ufii naa bane seenee isa woliin hurbaata nyaadha. Innillee na woliin nyaata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kunoo ani balbala dhaabadhee dhadhaya; eennullee laagaa kiyya dhagayee balbala ufii yoo naa bane seenee isa woliin hurbaata nyaadha. Innillee na woliin nyaata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kunoo! Ani balbala dhaabadhee ni dhadhaya, eennu'llee qoonqqa kiyya dhagayee balbala yoo naaf bane, gara isaa aseenee isa woliin ni nyaadha, inni'llee ana woliin ni nyaata,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, ani balbala dura dhaabbadhee balbala dhodhowa; eennulle qoonqoo tiyya dhage'ee yoo balbala naaf bane, ani seenee isa woliin nyaadha, innille na woliin nyaata.