Revelation 3:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma ani injifadhee Abbaa kiyya woliin barcumaa mootummaa isaa irra tee'e, nami injifatulle ana woliin barcumaa mootummaa tiyyaa irra akka tee'u hin tolcha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama dabsatu anini d'awatu tiyya barch'uma kiyya ira teesisa, akuma anini dabsad'e amma Aabbo woliini barch'uma isaa ka guddinna ira tau.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma anin dabsadhee amma Aabboo waliin barcumaa isaa ka guddinnaa irra taa'u, nama dabsatu anin barcumaa kiyya ka guddinnaa irra teessisa.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma ani mooyadhee teessoo abbaa kiyyaa irra taa'e, akkasuma ka mooyate na woliin teessoo jeennata kiyyaa irra akka taa'u hin kennaaf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma ani mooyadhee teessoo abbaa kiyya irra taa'e, akkasuma ka mooyate na woliin teessoo jeennata kiyyaa irra akka taa'u hin kennaaf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani injifadhee moo'ee, Abbaa kiyya woliin teessoo isaa irra akkuma taa'e, akkuma kana injifatee ka moo'e, anaan woliin teessoo kiyya irra akka taa'u ni taasisaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma ani injifadhee Abbaa kiyya woliin barcumaa mootummaa isaa irra tee'e, nami injifatulle na woliin barcumaa mootummaa tiyyaa irra akka tee'u hin tolcha.