Revelation 3:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Nami gurra dhage'u qabu, waan Ayyaanni Waaqaa wolde'oota kiristaanaatiin jedhu dhage'uuti!” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gurra qabu, waan Lubbuuni gumiini jettu ha d'agayu!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Namii gurra qabu, waan hafuurii gumiin kiristaanatin jedhu ha dhaga'uu” jedhi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Ayyaanni Woldaa Kiristaanaatiin jedhu ka gurra dhagayu qabu haa dhagayuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan Ayyaanni Woldaa Kiristaanaatiin jedhu ka gurra dhagayu qabu haa dhagayuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Hafuurri woldayoota amanti'iitiin waan jedhu, ka gurra qabu, haa dhagayu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami gurra dhage'u qabu, waan Ayyaanni Waaqaa wolde'oota kiristaanaatiin jedhu dhage'uuti!» jedha.