Revelation 3:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami injifatulle akkuma isaanii woyaa adii hin uffata; anille Abbaa kiyyaa fi ergantoota isaa duratti dhugaa hin bayaaf; maqaa isaalle kitaaba jiru'uu keessaa hin haqu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama dabsatu woya akana adi uyisaniifi ammalle maqa isaa kitaaba jireenna keesaa imballeesu. Aabboofi malaika isaa durati aka worri nama kiyya diideese hima.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama dabsatu wayaa adii akkanaa uyyisaniif, ammallee anin maqaa isaa kitaaba jireennaa keessaa hinballeessu; Aabboo fi ergamtoota isaa duratti akka warrii nama kiyyaa diideessee hima.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka mooyatellee akkasuma uffata adii uffata. Maqaa isaallee galmee jireennaa keessaa hin haqu. Anillee abbaa kiyyaa fi Maleekkota afo'otti maqaa isaatii raga.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka mooyatellee akkasuma uffata adii uffata. Maqaa isaallee galmee jireennaa keessaa hin haqu. Anillee abbaa kiyyaa fi Maleekkota afo'otti maqaa isaatii raga.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Injifatee ka moo'u akkuma isaanii uffata adii ni uffata, maqaa isaanii'llee Abbaa kiyyaa fi maleyikkoota isaa duranatti ni beekisisaaf, maqaan worra jiraattotaa itti galmeeffamu kitaaba jireennaa irraa isa hin dhabamsiisuun.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami injifatulle akkuma isaanii woyaa adii hin uffata; anille Abbaa kiyyaa fi ergantoota isaa duratti dhugaa hin bayaaf; maqaa isaalle kitaaba jiru'uu keessaa hin haqu.