Revelation 3:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Nami gurra qabu, waan Ayyaanni Waaqaa wolde'oota kiristaanaatiin jedhu dhage'uu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gurra qabu, waan Lubbuuni gumiini jettu ha d'agayu!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Namii gurra qabu, waan hafuurii gumiin kiristaanatin jedhu ha dhaga'uu!” jedhi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan Ayyaanni woldoota Kiristaanaatiin jedhu, ka gurra dhagayu qabu maruu haa dhagayu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Waan Ayyaanni woldoota Kiristaanaatiin jedhu, ka gurra dhagayu qabu maruu haa dhagayu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hafuurri woldayoota amanti'iitiin waan jedhu, ka gurra qabu haa dhagayu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami gurra qabu, waan Ayyaanni Waaqaa wolde'oota kiristaanaatiin jedhu dhage'uu ti.