Revelation 4:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kanaan duuba ani ilaalee, ol-gubba'atti balbala banante dhagge. Qoonqoon tanaan dura akka tultulla'aa anaan dubbattuun ani dhage'e, “Asi koy, waan kanaan duuba te'u ani sitti mudhisa!” jette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi waan kana anini millad'e, balbala gubba ta banamte arge. Qonqooni aka magalata jirtu, ta qara isiini naani dubbattu d'agaye waan jette, Arma gubba kooti, waan eegi tana taha sii agarsiisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin Eegii waan kana milladhee, balbala gubbaa ta banamte arge. Qoonqoon akka magalataa jirtu ta qaraa isiin naan dubbannaan dhaga'e tokkoo, “Garana ol kootti, waan eegii tanaa tahaa si garsiisaa” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayii ani ol laalee samii keessatti balbala baname arge. Laagaa akka xurumba'aatitti natti dubbatu dhagaye. Laagaan duraan dhagaye, «As bayi ani waan duranaa ta'u'uuf ta'u sitti mudhisaa» naan jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayii ani ol laalee samii keessatti balbala baname arge. Laagaa akka Xurumba'aatitti natti dubbatu dhagaye. Laagaan duraan dhagaye, «As bayi ani waan duranaa ta'u'uuf ta'u sitti mudhisaa» naan jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti ni laale, kuunoo sami'itti balbala banametu jira ture, Jalqaba dhagayee ka ture qooniqqi akka qoonqqa xurunbbaa laali'ii jiru akkana ni jedhe, «Koottuu garana bayi, ufidurana ta'uuf wonittoota qaban sitti ni mulidhisa»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kanaan duuba ani ilaalee, ol-gubba'atti balbala banante dhagge. Qoonqoon tanaan dura akka tultulla'aa anaan dubbattuun ani dhage'e, «Asi koy, waan kanaan duuba te'u ani sitti mudhisa!» jette.