Revelation 4:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
manguddooti diddamii afur, ka barcumaa mootumma'aa irra tee'eeru duratti jiganee, ka haga bara baraa jiraataa te'e le'uuf sagadaaraniiyyu; kallacha ifiille barcumaa mootumma'aa dura keyanee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jaaroleeni diddami afuri taani nama barch'uma guddinna gubba tau kaani durati jidde isa guddifti. Sure hayyuma taani isa durati jissani waan jed'ani:
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
jaarrolleen diddamii afurii taan nama barcumaa guddinnaa gubbaa taa'u kaan duraatti jiddeetti isa guddifti. Surree hayyumaa taan isa duraatti jissaniitti faarsan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manguddoonni diddamii afurii afoo ka teessoo irraa taa'eeruutitti kufanii baraa haga bara baraatitti ka jireennaan jiraatuu sagada'aa;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Manguddoonni diddamii afurii afoo ka teessoo irraa taa'eeruutitti kufanii baraa haga bara baraatitti ka jireennaan jiraatuu, sagada'aa; «Gooftaa keennaa fi Waaqa keenna, «Ati maraa waan uumteertuuf, fedhii keetiif waan jiraataniif, ulfinni, jajamuunii fi hunnillee keeti» jedha'aa afoo teessoo isaatitti sagadan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
jaarsotiin didamii afurii baraa haga bara baraa titti ka jiraatuun, teessoo isaa irra ka taa'e jiru duranatti kallacha isaaniitiin gonbbifamanii ni sagadan, gonfatawwan isaanii'llee teessoo isaa durana kaayanii, akkana ni jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
maanguddooti diddamii afur, ka barcumaa mootumma'aa irra tee'eeru duratti jiganee, ka haga bara baraa jiraataa te'e le'uuf sagadaaraniiyyu; kallacha ifiille barcumaa mootumma'aa dura keyanee,