Revelation 4:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Anille yoosuma Ayyaanaan jiraayyu; kunoo, ol-gubba'atti barcumaan mootumma'aa keyameera, barcumaa mootumma'aa san irra ka tee'eerutti jira.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro tokotu Lubbuuni Waaqa na seente, olmillannaani barch'uma guddinna toko ka nami ira tau gubbati arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoma tokkoon Hafuurii qulqulloon Waaqaa na seenee, olmillannaan barcumaa guddinnaa tokko ka namii irra taa'u gubbaatti arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee yoosuu Ayyaanaan guuttame; samii keessa teessoon kaayameera; teessoo san irra namatu taa'eera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Anillee yoosuu Ayyaanaan guuttame; samii keessa teessoon kaayameera; teessoo san irra namatu taa'eera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
bakkumatti yaada Hafuuraa keessa ni aseene, kunoo sami'itti teessoon ni arge, teessoo irra'llee qaaminni tokko taa'ee ni jira ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille yoosuma Ayyaanaan jiraayyu; kunoo, ol-gubba'atti barcumaan mootumma'aa keyameera, barcumaa mootumma'aa san irra ka tee'eerutti jira.