Revelation 4:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barcumaa mootumma'aa san keessaa ifi balaqqeetti'ii, qoonqo'oo fi gikkeessi mandiisu'uu baye. Barcumaa mootumma'aa san fuula duratti ifi torba ifiisatti jiraayyu; isaan sunille Ayyaanota Waaqaa torba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Barch'uma guddinna suni keesaa hangaasufi iyanafi mandiisuuni baate. Ammalle barch'uma durale ifse torba ta ibidati bobaa; tunini lubbu Waaqa torba.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Barcumaa guddinnaa sun keessaa hangaasuu, iyyannaa fi mandiisuun baate. Ammallee barcumaa duraalle ibsee torba ta ibidaatti bobaa; tunin hafuura Waaqaa torban.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Teessoo san keessaa laagaa bakakka'aatii fi gigissa'aatitu baya. Teessoo isaa afoo ifaa ibiddaa torbatu ifa'aa ture. Isaanillee Ayyaannan Rabbii torban.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Teessoo san keessaa laagaa bakakka'aatii fi gigissa'aatitu baya. Teessoo isaa afoo ifaa ibiddaa torbatu ifa'aa ture. Isaanillee Ayyaannan Rabbii torban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Teessoo irraa'llee qooniqqa bakakka'aatii fi hangaasu'uu'llee ni bayan turan, teessoo durana'llee ka bararan xomborraawwan torbaa ni jira turan, isaan'llee hafuurota torbban Waaqaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year