Revelation 5:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba ka barcumaa mootumma'aa irra tee'eeru, kitaaba mara'aa ka keessaa fi gubbaa barreeffamee, chaappaa torbaan dhowameeru harka middichaan qabateeruun dhagge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini harka nama barch'uma guddinna gubba tau kaani keesati woraqata toko ka duraafi duubale t'aafani, ka beesisa torbaani ch'ufani arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin harka mirgiicha nama barcumaa guddinnaa gubbaa taa'uu kaan keessatti waraqata tokko ka duraa fi duubaallee barreessan, ka beessisa torbaan cufan arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka teessoo irraa ta'eef harka isaa ka mirgaa keessaa fi duuba irratti barreeffame barreeffama erbe'ee ka chaappaa torbaan cufame arge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka teessoo irraa ta'eef harka isaa ka mirgaa keessaa fi duuba irratti barreeffame barreeffama erbe'ee ka chaappaa torbaan cufame arge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Harka mirgaa ka teessoo irra taa'eetiin, keessaa fi duubaan ka irratti barreeffame, chaapphaa torbaan ka cufame, kitaaba kaldho'oo maramaa ni arge,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ka barcumaa mootumma'aa irra tee'eeru, kitaaba maramaa ka keessaa fi gubbaa barreeffamee, chaappaa torbaan dhowameeru harka middichaan qabateeruun dhagge.