Revelation 5:10 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqa keennaaf, akka isaan mootumma'aa fi hayyoota te'anu gooteerta; isaaniille lafa irratti hin mooyan” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini ya hayyootafi qaalole worra tolchite, aka Waaqa kenna hojatani lafa fidani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Atin ya akka Waaqaa keennaa hojjatanii lafa fidan, hayyootaa fi qaallollee warra tolchite.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
jeennata Waaqa keennaatii gadoota akka ta'an gooteerta; adunyaa irrattillee hin mooyan» jedha'aa laagaa haarawaan faarfatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqa keennaaf'llee mootummaa qeesotaa, akka ta'aniif isaa taasfittee jirta, arddii irratti'llee ni mootoman.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa keennaaf, akka isaan mootumma'aa fi hayyoota te'anu gooteerta; isaaniille lafa irratti hin mowan» jedhane.