Revelation 5:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan qoonqoo guddo'oon, “Hoolichi qalame sun, baallii, durummaa, qarummaa, hunna, ulfinna, guddinnaa fi galata fudhatu'uu male” jedhanee faarsane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
qonqo guddooni sirbite waan jette: Ilmeeni Hoola ta ijeesani, jabeennaafi duroomafi qaroomafi irreefi ulfinnafi guddinnaafi faaru argachu malte!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
qoonqoo guddoon sirbitee: “Eleemoon Hoolaa ka qalan, irree, durooma, qarooma, jabeenna, ulfinna, guddinnaa fi faaruu argachuu malte” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaa gudda'aan, «Hoolaa qalame saniif hunni, durummaan, ogummaan, jajjabeenni, ulfinni, galanninii fi eebbillee isaa mala» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Laagaa gudda'aan, «Hoolaa qalame sanii, hunni, durummaan, ogummaan, jajjabeenni, ulfinni, galanninii fi eebbillee isaa mala» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qoonqqa ol aana'aan'llee, Hoolaan qalame, huminna, qabeenna, ogummaa, jabeenna, ol aanttummaa, ulfinnaa fi galata fudhachuun, ka maluun ni jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan qoonqoo guddo'oon, «Hoolichi qalame sun, baallii, durummaa, qarummaa, hunna, ulfinna, guddinnaa fi galata fudhatu'uu male» jedhanee faarsane.