Revelation 5:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ergamaan Waaqaa jabaan tokko qonqoo guddo'oon, “Ka chaappaa irraa rigee kitaaba mara'aa san banu'uu male eennu?” jedhaa lallabuun dhagge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaika guddo toko ta qonqo guddooni, Eentu beesisa ch'abse woraqata kana banu male? jettu d'agaye.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ergamaa guddaa tokko ka qoonqoo guddoon, “Eentu beessisa cabsee waraqata kana banuu male?” jedhu dhagaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan cimaan kitaaba cufu, ka chaappoota hiikuu malu eennu? Jedhee laagaa gudda'aan hennaa labsu arge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkaan cimaan kitaaba cufu, chaappoota ka hiikuu malu eennu? Jedhee laagaa gudda'aan hennaa labsu arge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
maleyikkichi cimaan tokko qoonqqa ol aana'aan, «Chaaphaawwan hiiku'uu fi kitaaba maramaa koldho'oo banuun ka isaan malu eennu?» jedhee, yoo dubbatu ni arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Waaqaa jabaan tokko qoonqoo guddo'oon, «Ka chaappaa irraa rigee kitaaba maramaa san banu'uu male eennu?» jedhaa lallabuun dhagge.