Revelation 5:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Te'uu malee ol-gubbaa keessa yookiin lafa irra, lafaan jalalle, ka kitaaba mara'aa san banee keessa isaa ilaaluu dande'u tokkolle hin jiruuyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo gubbafi lafafi lafa jala keesaleti nama woraqata suni bane keesa ilaalu d'abani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo gubbaa, lafaa fi lafa jalaa keessaalleetti nama tokkollee ka dandaye waraqata sun banee keessa laalu dhaban.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ardii, sami'itti, lafa jalattillee yoo ta'e kitaaba banuu yookaan laaluun eennuullee hin danda'amne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ardii, sami'itti, lafa jalattillee yoo ta'e kitaaba banuu yookiin laaluun eennullee hin danda'amne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu sami'itti ta'ee ardi'itti yookiin ardi'ii gaditti'llee, kitaaba maramaa kaldho'oo banu'uu fi keessa isaa laaluu ka danda'ameef, eennu'llee hin turre.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee ol-gubbaa keessa yookiin lafa irra, lafaan jalalle, ka kitaaba maramaa san banee keessa isaa ilaaluu dande'u tokkolle hin jiruuyyu.