Revelation 5:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ka kitaaba mara'aa san banee keessa isaa ilaalu'uu male waan hin jirreef, ani laalleffadhee booye.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini guddo bohe, waan nama woraqata suni bane keesa ilaalu d'abaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan nama tokkollee ka dandaye waraqata sun banee keessa laalu dhabaniif anin guddoo boohe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kitaaballee banuu yookaan laaluun ka malu eennullee waan hin argamneef guddisee booye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kitaaballee banuu yookiin laaluun ka malu eennullee waan hin argamneef guddisee booye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kitaaba kaldho'oo maramaa banu'uu fi keessa isaa'llee laaluun ka isaan male waan hin argaminiif, haalaan ni booye,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka kitaaba maramaa san banee keessa isaa ilaalu'uu male waan hin jirreef, ani laalleffadhee bowe.