Revelation 5:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Hoolichi sun dhufee, harka middicha ka barcumaa mootumma'aa irra tee'eeru irraa kitaaba mara'aa san fuudhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmeeni Hoola taani d'at'e woraqata harka mirga nama barch'uma guddinna gubba tau keesaa fuute.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Elemoon Hoolaa kaan dhaqeetti nama barcumaa guddinnaa gubbaa taa'uu harka mirgaa keessaa waraqata fuudhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hoolaan sun dhufee harka mirgaa ka teessoo irra taa'ee irraa kitaaba fudhate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hoolaan sunillee dhufee harka mirgaa ka teessoo irra taa'ee irraa kitaaba fudhate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hoolchi'llee dhufeeti ka harka mirgaa ka teessoo irra taa'e irraa, kitaaba maramaa kaldho'oo ni fudhate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hoolichi sun dhufee, harka middicha ka barcumaa mootumma'aa irra tee'eeru irraa kitaaba maramaa san fuudhe.