Revelation 6:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba tokkoo tokkoofuu woyaan adiin kennante; haga laakkossi tajaajiltoota isaaniif lansaatii fi obboleeyyan isaanii, ka akkuma isaanii ijjeefamanuu guutuu te'utti, haga diqqoo akka ossatanu itti himame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama ch'ufa woya adi kennaniifi, Diqo toko boqod'a jed'aniini, haga henni oboleyaani teesaniifi nama isani woliini hojatu, ka aka isani ijeesani sila ijeesani guutamuuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama cufa wayaa adii kennaniif, “Diqqoo tokko boqodhaa!” jedhaniin, haga hennii obbolleeyyaan teessanii fi nama isan waliin hojjatu, ka akkuma isan ijjeessan ijjeessan guutamutti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maraafuu uffanni adiin kenname akkasuma akka isaaniititti worra ajjeefamu'uuf ta'an haga laakkobsi garbootaa, goshoota isaaniitiif obboleewwanii haga raawwatamutti ammallee haga bara diqqo'oo haa harabaafatanii jedhaman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan maraafuu uffanni adiin kenname akkasuma akka isaaniititti worra ajeefamu'uuf ta'an haga laakkofsi garbootaa, goshoota isaaniitiif obboleewwanii haga raawwatamutti ammallee haga bara diqqo'oo haa harabaafatanii jedhaman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tokkoo tokkoo isaaniitiif'llee uffanni adiin ni kennameef, akka isaanii ufi durana ka ajjeefaman, kuma isaanii tajaajilttoota ka ta'an waahellan isaaniitii fi laakkofssi obboleeyyan isaanii haga guututti, yeroo muraasaaf boqatanii akka turaniif isaanitti ni himame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba tokkoo tokkoofuu woyaan adiin kennante; haga laakkossi tajaajiltoota isaaniif lansaatii fi obboleeyyan isaanii, ka akkuma isaanii ijjeefamanuu guutuu te'utti, haga diqqoo akka ossatanu itti himame.