Revelation 6:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Hoolichi chaappaa jayeesso'oo banuun dhagge. Tacho'i lafaa guddaan te'e; aduun akka cile'ee gurraachotte; jiinille guutuma guutu'utti akka dhiigaa diimate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini Ilme Hoola ta beesisa jaeeso ch'absitu arge. Lafti guddo chochoote, aduuni aka hagogo guratofte, jii aka d'iiga diimate;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan anin elemoo hoolaa ka beesisa jaheessoo banu arge. Laftii guddoo chochootee, aduun akka hagoggoo guraattoftee, jihii akka dhiigaa diimate;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa chaappaa jaheesso'oo hiiku lafti guddiftee sochoote. Aduunillee akka uffata gaddaatitti gurraachatte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa chaappaa jahaffa'aa hiiku, lafti guddiftee sochoote. Aduunillee akka mataa gaddaatitti gurraachatte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Hoolichi chaaphaa jahaffaa yeroo banetti gara isaa ni laale, kunnoo sochiin arddi'ii ol aanaan ni ta'e, aduun akka uffata gurraacha gaddaa titti ni gurraachoftte, jiin marri'llee akka dhiigaa titti ni diimatte,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hoolichi chaappaa jayeesso'oo banuun dhagge. Tacho'i lafaa guddaan te'e; aduun akka cile'ee gurraachotte; jiinille guutuma guutu'utti akka dhiigaa diimate.