Revelation 6:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma midhaan harru'uu ka hin bilchaatin qilleensa jaba'aan hargufamee harca'u, urjooti gubba'aa gadi lafatti harcaate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
urjiini ch'ufti gubba lafati jidde, aka mid'aani oda, yo bubbeeni d'ooftu, lafati jigani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hurjiin cuftii akka midhaan odaa ka bubbeen dhooftee lafatti harcaaftuu, gubbaa lafaatti gadi harcaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Addeessillee hin diimate. Munni hurbu'uu guddisee qilleensaan raafamee akka qaaraa daraaraa buuftuutitti urjiin sami'ii gara lafaa gadi harca'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Addeessillee hin diimate. Abshookkaan guddisee qilleensaan raafamee akka qaaraa daraaraa buuftuutitti urjiin sami'ii gara lafaa gadi harca'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ji'oota gannaatiin bubbeen cimaan muka harbbu'uu yoo sochoosu akkuma firiin isaa muka irraa harca'utti, urjjiiwwan sami'ii'llee ni harca'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma midhaan harru'uu ka hin bilchaatin qilleensa jaba'aan hargufamee harca'u, urjooti gubba'aa gadi lafatti harcaate.