Revelation 6:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gubbaan akka kitaaba mara'aa marantee tarte; gaarotaa fi oddoolli duudiin addee ifii irraa balleeffamane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gubbaani aka woraqata dachaasani badde, gaarafi lafti jiddu bisaani keesa jirtu ch'ufti fulla ufiiti deemte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gubbaan akka waraqata dachaasanii baddee, gaara fi laftii jidduu bisaan keessa jirtu cufti fulaa ufiittii deemte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Samiin akka kitaabaa maramtee lufte; gaarrinii fi tulluun maruu hulee isaaniitii badan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Samiin akka kitaabaa maramtee lufte gaarrinii fi tulluun maruu hulee isaaniitii badan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Samiin'llee akka kitaaba kaldho'oo titti mamaramee ni dhabamsiifame, gaarotaa fi eddoolaan marri'llee bakka isaaniitii ni fudhataman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gubbaan akka kitaaba marama'aa marantee tarte; gaarotaa fi oddoolli duudiin addee ifii irraa balleeffamane.